10/13/2022
Lilmeen nama dhukkubsitu seenaa tahuuf deemti
Dawaaleen hammayyaa dhukkuba namarraa akka ittisaniif bifa talaalliitiin kennamanis tahee, kanneen dhukkuba namarra jiru fayyisuu dandahan jedhamanii yaadamanis harki caalu karaa lamaan kennaman. Karaan tokko lilmeedhaan qaama namaa irree, tafa yookaan iddoo biroo waraanuudhaan yoo tahu, kan lammata