11/30/2022
Jaartii Tee Waa 10 Irratti Hin Dalagin!
1. Hin Miidhin!Miidhaa qaamaa, miidhaa sammuu, miidhaa diinagdee, miidhaa xinsammuutis isii hin miidhin. Maaliif? Yoo jette Rabbiin ol tahe akki je’e:“Jaartii teeysan haala gaariin wajji jiraadhaa” An-Nisaa: 19Muffasiroonni akki ja’an: haala gaariin wajji jiraadhaa hojii fii jechaanis, haalaa fii am