• MENU
  • Home
  • Og-Barruu
  • Radio
  • Nashiidaalee
  • HQ Radio
  • Dhaddacha Jaalalaa
  • Qormaata
  • Viidiyoo
  • Fataawaa NH
  • Beeksisa
  • Download
  • Contact Us
  • Privacy Policy
  • Settings
  • © NuuralHudaa
  • My account
Beeksisa
Miseensota 100,000 keessaa tokko tahuu keetiif galatoomi!
04/06/2022

Miseensota 100,000 keessaa tokko tahuu keetiif galatoomi!

Appilikeeshiina Nuuralhudaa nama 100,000 oltu fayyadamutti jira. ati namoota kuma dhibban keessaa tokko tahuu keetiif guddoo si galatoomfanna. ammas hirmaannaan kee itti haa fufu. guyyaa har'aa Version 3ffaa Play Store irratti baasnee jirra. waan heddu fooyyessine. ammuma Play Store keessa seenii Update godhi. yoo Update goote Saffisni isaa ni dabala. waan haaraya heddu argita.

Beeksisa Ariifachiisaa! Namoota Viidiyoo Nuuralhudaa Youtube keessan irratti maxxansitan hundaaf!
05/27/2021

Beeksisa Ariifachiisaa! Namoota Viidiyoo Nuuralhudaa Youtube keessan irratti maxxansitan hundaaf!

Dhaabbanni YouTube Copyright irratti seera haalaan jabeessutti jira. Prodaakshiina nuti hojjanne kan namoonni biroo Facebook keenyarraa fuudhanii Youtube irratti maxxansan, yoo nuti Youtube keenyarratti deebisnee maxxansinu copyright nurraa godhutti jira. Kun ammoo chaanaala keenyaaf rakkoo guddaadha. Tarii chaanaala nurratti cufsiisuu dandaya. Chaanaala Kanaan dhaamsa hawaasa bal’aaf dabarsina. Fuul duraafis hojiiwwan gurguddoo heddu gama chaanaala kanaatiin hojjachuuf deemna. Kanaafuu namoonni viidiyoo Nuuralhudaa Youtube keessan irratti maxxansitan, viidiyoolee Nuuralhudaa kan amma dura maxxansitan hunda hatantamaan akka kaastan kabajaan isin yaadachiisna. Dabalataan amma boodas viidiyoo Nuuralhudaa tokkollee akka Youtube keessan irratti hin maxxansine isin hubachiisna. Namoota yaadachiisa kana tarkaanfatanii viidiyoolee Nuuralhudaa chaanaala isaanii irratti maxxansan kamuu, gama dhaabbata Youtube Report kan goonu tahuu asumaan isin beeksisna. Kun ammoo chaanaala keessan…

TV Nuuralhudaa LIVE Daawwadhaa
12/28/2020

TV Nuuralhudaa LIVE Daawwadhaa

Saganataa TV Nuuralhudaa LIVE Daawwachuuf barruu LIVE jettu tana tuqaa

Tumsa Miidiyaa Nuuralhudaa
05/17/2020

Tumsa Miidiyaa Nuuralhudaa

Kabajamtoota hordoftoota Miidiyaa Nuuralhudaa, yeroon Miidiyaan Nuuralhudaa Gargaarsa keessanitti haajamu gahee jira. Sababaa vaayirasii koroonaa sochiin ummataa guutuu addunyaatti waan uggurameef, tajaajila miidiyaa kanaa haala amma jiruun itti fufuun haalaan ulfaataa tahee jira. Amma dura jaarmaya Sumayyootaa fii Bilaalotaattu Miidiyaa kanaaf tumsaa ture. Ammas Tumsi isaanii addaan hin cinne. Garuu baasiin miidiyaa haala yeroo wajji humna ol waan taheef, Hawaasa bal’aa hirmaachisuun dirqama nutti tahe. Hawaasni biyya keenyaatis magaalota adda addaatti sagantaa eebbaa fi tumsaa qopheessuun yeroo dheeraaf nu cinaa dhaabbataa kan ture tahus, sababaa dhukkuba koroonaatiif sochiin hawaasa biyya keessaa kun guututti dhaabbatee jira. Kanaafuu hundi keenya bakka jirrurraa waan qabnuun hirmaannee miidiyaa kana haa utubnu isiniin jenna.

ODUU GAMMACHIISAA HORDOFTOOTA MIIDIYAA NUURALHUDAA HUNDAAF
04/22/2020

ODUU GAMMACHIISAA HORDOFTOOTA MIIDIYAA NUURALHUDAA HUNDAAF

Miidiyaan Nuuralhudaa dabalataan hawaasa isaatiif tajaajila addaa toora SMS (Ergaa Gabaabaa) mobaayila iratti eegalee jira.

ODUU GAMMACHUU HAWAASA KEENYA MAGAALAA MAKKAAH FII NAANNAWA ISII JIRAATTAN HUNDAAF
03/25/2019

ODUU GAMMACHUU HAWAASA KEENYA MAGAALAA MAKKAAH FII NAANNAWA ISII JIRAATTAN HUNDAAF

ODUU GAMMACHUU HAWAASA KEENYA MAGAALAA MAKKAAH FII NAANNAWA ISII JIRAATTAN HUNDAAF

📝Galmee Hojjattootaa📝
02/22/2019

📝Galmee Hojjattootaa📝

Assalaamu Aleykum Warahmatullaahi Wabarakaatuh.

⚖️Dhaddacha Jaalalaa⚖️
01/24/2019

⚖️Dhaddacha Jaalalaa⚖️

🌹In shaa ALLAAH guyyaa arraa iyyannoo dhaddacha Jaalalaa Keessummeessina🌹

✉YAADA DHAGEEYFATTOOTAA✉
01/17/2019

✉YAADA DHAGEEYFATTOOTAA✉

Kabajamtoota hordoftoota keenya, miidiyaan Nuuralhudaa eega hojii eegalee wagga 3 guutee jira. Waggoota sadan dabran kana keessatti, sagantaalee qalbii booharsaa barumsa gurguddaa dabarsan heddu hawaasa keenyaaf dhiheessinee jirra. Dhageeyfattoonni keenya kan sagantaa keenya hordofaa turtan, sagantaalee keenyarratti yaada qabdan akka nuuf gumaachitan kabajaan isin gaafanna.

Iyyannoo ⚖Dhaddacha Jaalalaa⚖ December 20, 2018
12/20/2018

Iyyannoo ⚖Dhaddacha Jaalalaa⚖ December 20, 2018

⚖Dhaddacha Jaalalaa⚖

Iyyannoo ⚖️Dhaddacha Jaalalaa⚖️ November 22, 2018
11/22/2018

Iyyannoo ⚖️Dhaddacha Jaalalaa⚖️ November 22, 2018

🌹In shaa ALLAAH guyyaa arraa iyyannoo dhaddacha Jaalalaa Keessummeessina🌹

ODUU GAMMACHUU
11/08/2018

ODUU GAMMACHUU

Oduu Gammachuu Nuuralhudaa irraa

IYYAANNOO ⚖Dhaddacha Jaalalaa⚖
11/02/2018

IYYAANNOO ⚖Dhaddacha Jaalalaa⚖

⚖Dhaddacha Jaalalaa⚖

Telegram Nuuralhudaa Join godhaa
10/25/2018

Telegram Nuuralhudaa Join godhaa

Kabajamtoota Hordoftoota Nuuralhudaa

Dhaddacha Jaalalaa
10/19/2018

Dhaddacha Jaalalaa

In shaa ALLAAH galgala arraa iyyannoo dhaddacha Jaalalaa Keessummeessina

Gaafii Fatwaa Haaraya. October 19, 2018
10/19/2018

Gaafii Fatwaa Haaraya. October 19, 2018

📡FATAAWAA NUURALHUDAA📡

JIJJIIRAMA TARTIIBA SAGANTAALEE TORBAN KANAA
10/04/2018

JIJJIIRAMA TARTIIBA SAGANTAALEE TORBAN KANAA

Kabajamtoota Hordoftoota Miidiyaa Nuuralhudaa. Sababaa rakkoo teknikaatiif sagantaa torban kanaa tartiiba xiqqoo jijjiirree jirra. Sagantaa Gaachana islaamaa kan guyyaa har’aa isiniif dhihaatu borutti dabarsinee jirra. Sagantaa Fataawaa kan guyyaa kamisaa ammoo, In shaa ALLAAH guyyaa Jimaataa isinii dhiheessina. Sagantaan Soora Qalbii guyyama dhaabbataa guyyaa Sabtii dhihaata. Rakkina uumameef dhiifama isin gaafanna.

DRAAMAA ICCIITII JIREENYAA
09/14/2018

DRAAMAA ICCIITII JIREENYAA

Kabajamtoota Hordoftoota Keenya, Akkuma beekamu draamaan icciitii jireenyaa goodni 1ffaa goolabamee jira. Qooda 2ffaa osoo hin eegalin yaada dhageeyfattootaa keessuummeessuu barbaanna. In shaa ALLAAH galgala har’aa yaada keessan karaa whatsappiitiin isinirraa fuuna.

Gaafii Fatwaa Haaraya. August 30 2018
08/30/2018

Gaafii Fatwaa Haaraya. August 30 2018

Kabajamtoota hordoftoota NuuralHudaa, in shaa ALLAH guyyaa boru (August 31, 2018) gaafii haaraya keeysummeeysina. Mata duree barbaaddanirratti waan isin dhibe sodaa tokko malee gaafadhaa.

📄BEEKSISA📄
06/14/2018

📄BEEKSISA📄

Fedhii Rabbiitiin Guyyaa Har’aa dhaamsa dhaggeeyfattootaa keeysummeeysina.

RNH HD Sagantaa RNH Qulqullinaan dhageeyfadhaa
05/23/2018

RNH HD Sagantaa RNH Qulqullinaan dhageeyfadhaa

Application NuuralHudaa haaraya irratti, Sagantaalee RNH hunda qulqullinaan dhaggeeyfachuufi Download gochuu mirga qabdu.

📺NHTV📺
05/21/2018

📺NHTV📺

Kabajamtoota Hordoftoota Keenya.

NHTV 61, MAY 7, 2018
05/07/2018

NHTV 61, MAY 7, 2018

NHTV 60, APRIL 30, 2018
04/30/2018

NHTV 60, APRIL 30, 2018