Kabajamtoota Hordoftoota Keenya.
Sa'aan Tamsaasa Kallattii TV NuuralHudaa baatii Ramadaanaa keeysa ni jijjiirama. in shaa ALLAAH salaata Taraawiihaa booda, sa'aa 4:30 (10:30PM) irraa eegallee isinii dhiheeysina. karaa facebook keenyaatiin nu hordofaa.
Tamsaasa TV NuuralHudaa kallattiin argatuuf peejii keenya LIKE godhaa. https://m.facebook.com/RNuurAlHudaa/
NuuralHudaa
Soora Qalbii Muslimaa
www,nuuralhudaa.com