Gaafii Fatwaa Haaraya. August 30 2018

Written on 08/30/2018
Nuural Hudaa

Kabajamtoota hordoftoota NuuralHudaa, in shaa ALLAH guyyaa  boru (August 31, 2018)  gaafii haaraya keeysummeeysina.  Mata duree barbaaddanirratti waan isin dhibe sodaa tokko malee gaafadhaa.   
 
 
Yeroon gaafiin itti ergamu, 
• Akkas Sa’aa Biyya keenyaatti Salaata Asrii dura Sa’aa 9:30 – 10:00 (3:30 PM – 4:00 PM) qofa. 
 
 
📱Lakkofsi Gaafiin irratti ergamu +1 816-682-4128 
🔘Gaafii gama whatsapp irraan ergamu qofa keeysummeeysina.  
🔘Gaafiin ergamus gaafii sagalee qofa tahuu qaba.  
🔘Nama tokkoof daqiiqaa 3 fi gaafii 3 qofatu hayyamama.