Dhaddacha Jaalalaa

Written on 10/19/2018
Nuural Hudaa

In shaa ALLAAH galgala arraa iyyannoo dhaddacha Jaalalaa Keessummeessina🌹

Namoonni dhaddacha Jaalalaa irratti iyyachuu barbaaddan, iyyannoo keessan haala gaariin bareechaa qopheeffadhaa.  Hayyama Rabbii guddaatiin galgala arraa akka sa'aa biyya keenyaatti salaata ishaahii booda sa'aa 3:30 - 3:50 (9:30PM - 9:50PM) tti iyyannoo keessan qeeballa. Namni iyyannoo ergatu maqaa ofii ibsuu qaba. yoo maqaa dhugaa himatuu hin barbannee ammoo, Gabaajeedhaan ibsuu ni dandaya. Fakkeenyaaf A.B jedhee katabuu ni dandaya. Iyyannoo Barreeffamaafi sagaleetis ni keessummeessina. abbaan fedhe barreeffamaan, ka fedhe sagaleen iyyachuu mirga qaba. 📱

Lakkofsi irratti iyyatan: +1 816-682-4128 (Whatsapp Qofa) ⌚
Sa'aan itti iyyatan: 3:30 - 3:50 (9:30PM - 9:50PM) qofa. 🔊
Namni iyyannoo isaa sagaleen erguu fedhu, sagaleen ergamu daqiiqaa 3 caala dheeratuu hin qabu.

Raadiyoo Nuuralhudaa
Sagantaa Soora Qalbii
âš–
Qophii dhaddacha Jaalalaa âš–


Namni Qophii dhaddacha Jaalalaa Quba hin qabne liinkii kanarraa haa dhageeffatu.​
https://youtu.be/IH5tlYg1TS8?t=565

Nuuralhudaa
Soora Qalbii Muslimaa