ODUU GAMMACHUU HAWAASA KEENYA MAGAALAA MAKKAAH FII NAANNAWA ISII JIRAATTAN HUNDAAF
Assalaamu aleeykum warahmatullaahi wabarakaatuhu.
Miidiyaan Islaamaa TV’n Nuuralhudaa magaalaa Makkaa keessatti eebbifamuuf deema. Hawaasni keenya kan magaalaa Makkaah, JIddaa, Xaa’if, Madiinaafi naannawa sanitti argamtan hundi Sagantaa Tumsaafi eebba TV Nuuralhudaa kanarratti afeeramtanii jirtu.
keessummoota kabajaa sagantaa kana irratti argaman keessaa muraasni;
1. Sheek Gazaalii H/Xaahaa – Makkaah irraa
2. Dr. Liwaa’ul Islaam – Riyaad irraa
4. Shek Huseen Abdur-Rahmaan – Jiddaa irraa
5. Shek Naziif Jamaal – Makkaah irraa
6. Shek Jeylaan H/Aadam - Xaa’if irraa
7. Shek Mahammad-Saanii Aadam – Makkaah
8. Shek Abdur-Rahmaan Da’awaa – Riyaad
9. Shek Mahammad Daaluu - Xaa’if irraa, dabalataanis keessummoonni birootis sagantaa kanarraatti afeeramanii jiru.
Guyyaan:- April 4/2019 ykn رجب 28/07/1440H. guyyaan Kamisa galgala.
Iddoon: Sharaayaa Qaa’aa SHURUUQ Mahaxxatul Oowfi cinaadha.
Dubartootaaf Iddoo mijjaawaa fi sagantaa adda addaa qabna.
Odeeffannoo dabalataatiif
0557341459
0593677452
0503418921
0592473326
0554550095
0532777849
KOREE QINDEESSITUU EEBBAA FI TUMSA TV NH MAGAALAA MAKKAAH
Nuuralhudaa
Soora Qalbii Muslimaa