ODUU GAMMACHIISAA HORDOFTOOTA MIIDIYAA NUURALHUDAA HUNDAAF

Written on 04/22/2020
Nuural Hudaa


Miidiyaan Nuuralhudaa dabalataan hawaasa isaatiif tajaajila addaa toora SMS (Ergaa Gabaabaa) mobaayila iratti eegalee jira.

Kanaafuu, hordoftoonni keenya biyyya keessa jirtan hundi ergaan beekumsa waliigalaa, barnoota diinii fi hadiisota adda addaa bifa gaafii fi deebiitiin torbee keessatti yeroo 3-5 akka isin bira gahuuf mobaayila keessan irratti โ€˜Messageโ€™ keessa seenaa, maqaa keessan 6504 irratti nuuf ergaa.

Egaa, โ€œDhagaa tokkoon simbira lamaโ€ akka jedhamu, gama tokkoon beekumsaan of ijaaraa gama birootiin yeroo ergaa isin gayu bantanii deebii keennitan miidiyaa keenya birrii 1n deeggarutu! Dalagaa kidmaa Diinii kana daran cimsuuf hundi keessanuu akka irratti hirmaattan kabajaafi jaalalaan isin afeerra.

Odeeffaanoo dabalatatiif,

+251 902 147 777

+251 902 174 444