Kabajamtoota hordoftoota Nuuralhudaa Mata duree QABSOO HAWAASA MUSLIMAA jedhu irratti ogeessaa Seeraa fi kaadhimamaa PhD HUSEEN TURAA waliin sa'aa 5:00 pm ykn akka saa'aa biyya keenyaa 11:00 irratti gara Facebook (live) ni mari'anna. Nu hordofaa isiniin jenna.
📺NHTV📺
Written on 04/25/2018
Nuural Hudaa