Fedhii Rabbiitiin Guyyaa Har’aa dhaamsa dhaggeeyfattootaa keeysummeeysina.
dhaggeeyfattoonni keenya kan dhaamsa baga ittiin isin gahee firaafii Ahlii keessaniif erguu barbaaddan, dhaamsa gabaabduu daqiiqaa tokko hin caalle whatsapp irratti waraabaa nuuf ergaa. In shaa ALLAH sagantaa Raadiyoo Nuuralhudaa irratti isiniif dhiheeysina.
Guyyaafi Sa’aan dhaamsi itti ergamu,
Ramadaana 29, 1439 Hijr
June 14, 2018 Miilaad
Waxabajjii 7, 2009 Ethio.
Kamiisa Har’aa akka Sa’aa biyya keenyaatti Salaata Zuhrii Booda, Sa’aa 9:00 – 9:30 (3:00 PM – 3:30 PM)
Dhaamsi nama tokkoo daqiiqaa 1 caaluu hin qabu.
Lakkoofsi dhaamsi irratti ergamu +1 816 739 8986
NuuralHudaa
Soora Qalbii Muslimaa
www.nuuralhudaa.com