🌹In shaa ALLAAH guyyaa arraa iyyannoo dhaddacha Jaalalaa Keessummeessina🌹
Jumaadal Awwal 18, 1440
January 24, 2019
Amajjii 16, 2011
Guyyaa Kamiisaa
Namoonni dhaddacha Jaalalaa irratti iyyachuu barbaaddan, iyyannoo keessan haala gaariin bareechaa qopheeffadhaa. Hayyama Rabbii guddaatiin guyyaa arraa akka sa'aa biyya keenyaatti salaata Zuhrii booda sa'aa 9:30 - 10:00 (3:30PM - 4:00PM) tti iyyannoo keessan qeeballa.
Namni iyyannoo ergatu maqaa ofii ibsuu qaba. yoo maqaa dhugaa himatuu hin barbannee ammoo, Gabaajeedhaan ibsuu ni dandaya. Fakkeenyaaf A.B jedhee katabuu ni dandaya. Maqaa nama himatuu himuun hin barbaachisu.
Iyyannoo Barreeffamaafi sagaleetis ni keessummeessina. abbaan fedhe barreeffamaan, ka fedhe sagaleen iyyachuu mirga qaba.
📱Lakkofsi irratti iyyatan: +1 816 739 8986 (Whatsapp Qofa)
⌚️ Sa'aan itti iyyatan: 9:30 - 10:00 (3:30PM - 4:00PM) qofa.
🔊 Namni iyyannoo isaa sagaleen erguu fedhu, sagaleen ergamu daqiiqaa 3 caala dheeratuu hin qabu.
🚫Hubachiisa❗️
Namni iyyannoo dhiheeffatu nama karaa halaalaatiin bultii jaarrate ykn nama nikaaha hidhate tahuu qaba.
Raadiyoo Nuuralhudaa
Sagantaa Soora Qalbii
⚖️Qophii dhaddacha Jaalalaa ⚖️
Sagantaa Soora Qalbii
Namni Qophii dhaddacha Jaalalaa Quba hin qabne liinkii kanarraa haa dhageeffatu. https://youtu.be/7UnEu-xFHbc
Nuuralhudaa
Soora Qalbii Muslimaa