Miseensota 100,000 keessaa tokko tahuu keetiif galatoomi!

Written on 04/06/2022
Nuural Hudaa


Appilikeeshiina Nuuralhudaa nama 100,000 oltu fayyadamutti jira. ati namoota kuma dhibban keessaa tokko tahuu keetiif guddoo si galatoomfanna. ammas hirmaannaan kee itti haa fufu. guyyaa har'aa Version 3ffaa Play Store irratti baasnee jirra. waan heddu fooyyessine. ammuma Play Store keessa seenii Update godhi. yoo Update goote Saffisni isaa ni dabala. waan haaraya heddu argita.