Qaama ofii jijjiiruun hukmii shari’aatti akkami? Namni gariin funyaan jijjiirata. Gariin gurra jijjiirrata.
Zinaa Booda nikaaha godhachuun dandahamaa?
Geeleen (Hiriyaan) tiyya takka huccuu Amaanaa na biratti dhiiftee eega dhabamtee amata tokkoofi wahi. maal godhutu narra jira?
Qur'aana Qabadhee kijibaan kakadhe. maaltu narra jira?
Abbaa kootiif haadha koo warra dulloome irraa yoon hajjii godhe akkamii?
Ilmi adeera kiyyaa jaartii qaba, isaan wajjiin hajjii godhe. Hajjiin tiyya sun akkami?
shaayii oowwituu dhaabbatanii hin dhugan takkaahuu hafuura itti hin baafatan takkaahuu hin afuufan jechuun dhagayee dubbiin tun akkami?
Qadaa soommanaatu narra jiraa akkamitti soommanaa?
Rakkoo takka malee salaata gabaabsuun danda'amaa?
Hukmiin Azaanaa maali? Gara Qiiblaa garagaluun maaliif barbaachise?
Raka’aan Tarawiihaa hangam? 11 moo 23?
Hukmiin Taraawiihaa maali? Taraawihni dhiiraafii dhalattis waajibaa?
Rukuu'arratti yoo dhaqqabatan akkami?
salaata keeysatti dhalaan Faatihaa sagalee ol fuutee qara'uu dandeeysii?
Yeroo salaatu suratul faatihaa akka dhiiratti ol fuudhee yoon qara’e akkam? Yeroo dhalaa waliin salaannu salaatul jama’a akkamitti salaatu dandeenya?