Gaafii 1.5.Geelonni (hiriyoonni) kiyya dhalaa kiristaanaatii, isaaniin waliin nyaadhee dhuguun akkamitti laallama?

01/13/2017

Islaamummaan ifa, daawwiti karaa cufaanuu garsiistu.  rakkina islaamummaa keessatti nama mudatu cufaahuu,  waan islaamummaan jibbituufii waan islaamummaan jaalattus islaamummaan siif ibsiti. Kana waan ta’eef, islaamummaan nama adawwii godhaa wajjiin hin nyaatina wajjiin hin dhuginaa hin jettu. Yoo wanti  sun halaal ta’e. dhalaan dhalaa wajjiin dhiirti dhiiraan wajjiin, muslimaaf kiristaanas haa ta’uu, yahuudas haa ta’uu, feetu walumaa galatti proteestaantii fi ortodoksii wajji nyaatanii dhuguun humaa hin qabu. Wanummaan ati waliin nyaattu sun waan haraami hin ta’in. Booyyeef karkarroo akkuma san farshoo, kanuma hin ta’in. Wajjiin daldalachuun, ollummaadhaan wal tajaajiluun kun huma takkallee hin qabu.

 

Dr.Liwaa’ulislaam