Comments
muzeyen
on 03/13/2017 at 08:49 PM
masha allah rabbiin isinira haa jalatu
mariyam
on 01/26/2017 at 02:29 PM
maashaallah
Sunnaan Wudu'a boodaa yeroo kam salaatamuu qaba?
01/13/2017
Yoo wuda’adhee bakka hojjadhutti osoo sunnaah wuda’aa hin salaatin na yaamanii deemee, saa’aa takka booda yoo dhufe bishaan sun narraa gogguudhaaf sunnaan wudu’aa na dabarte, kanaafuu maaltu narra jira?
Yaa Gabrittii/Gabricha Rabbii, sunnaan wuda’aa Sunnaadha. sunnaa jechuun yoo dalagde waan ajrii irraa aragattu yoo dhiifte Rabbiin ka si hin gaafanne jechu. Tanaaf jecha sunnaa wuda’aa salaatuun jiidhaan wajjiin hidhannaan hin jirtu. Ammuma wudu’attee osoo huccuudhanillee ufirraa qoorsitee salaattee wama takkaa sirratti hin jiru.
Dr. Liwaa'ulislaam