Zakaa Mallaqa Baasuun danda'ama?

03/25/2017

Ta duraa, Abbaa kee irraa baasuu ni dandeessa wakiila taatee irraa baasuu ni dadeessaa. Ammo akka kilaafni xiqqoon keessa jirutti, waldhabbiin gara ulamaa’ jechuu kiyya, midhaan baasutu irra caalaadhaa horii baasuun hin ta’uu jedhamee jira. Ka dabreef Rabbi irra nuuf haa dabruu jennaa, ta sii achiitiif akka midhaan malee horii hin baafnee ufirraahis abbaa keetirraahis jechu dha inshaallaha.

Sheekh Alii Jimmaa