Yaa gabritti Rabbii. wanni sirra jiru, ta duraatii Rabbi si haa fayyisu. Ta lammeessaatii waan soommana bara dheengaddaatiif ka ammaa ka asi deemu jidduu waa takkallee sirratti hin jiru balleessaan. Garuu qadaa san soommana ammaa san soommanii hoggaa Ramadaanni kun bahe shawwaaliin irraa eegalii sunnaa itti dhiisii fardii dabarte san qadaa ufirraa kafali.
Dr.Liwaa’ulislaam
Comments
No comment
Yaada Kee nuuf Gumaachi!
Ramadaana keessa dahe. garuu fayyaa dhabee haga Ramadaanni kuun dhufuttis narraa hin fuudhamnee maaltu narra jira?
03/25/2017