Soomana guyya sagaliittu narra jira, akkamitti qadaa baasa kaffaaraa wajjin?

03/25/2017

Wanni sirra jiru guyyama sagali, hamma dandeesutti ufirraa baasi, ammoo ta kaffaaradhaa ulamaa’iin irratti wal kallafe. fiinxeen wanni ati qabachu qabdu, bikka kaffaaraa yoo toowbattellee ni dandessa. ammoo qadaan towbaan namarraa hin bu’u. Qadaa kee soommanii  Rabbii kee araarama kadhadhu.

 

Dr.Liwaa’ulislaam