Ramadaan keessa yoon afaan qulqulleeffadhe yookaan rigadhe akkami; soomana ni miidhaa?

03/25/2017

Walumaa galattuu gaafiin tantee halkan irraa yoo taate, halkan keessatti waa cuftinuu siif halaali. Yoo guyyaa taate ammoo salaata fajrii irraa eegalii hamma salaata magriibatti guyyaa cufa wudu’a cufarrattillee siwaakkachuu dandeessa. garuu ammoo wanni ati irraa of eegdu, siwaaka faranjii irraa uf eegi qoosha tana. Qooshaan tun ni mi’ooftii, yoo uf eeguu danda’a jette humaa hin qabdu, garuu irra caalaan qooshaa faranjiidhaa halkan siwaakkachutu caalaa. Maaliif jennaan bakka tanatti keessa nama duraa dabruulleen ni mala jecha.

Dr.Liwaa’ulislaam