Qur'aana Afaan Oromootiin barreeffachuun danda'amaa?

03/25/2017

Kalaamni Rabbii harfii inni ittiin dhufeen alatti jijjiiruun haraami. Ammoo warri humaa hin qabu jedhullee ni jira. san daliila isaanii isaanumatu beeka. Kanaaf jecha, ummanni sahaabadhaa, akkuma sani sahabtonni dhalaatis guyyaa tokkollee quraana kana osuu Aliif Ba’a jedhanii hin qara’in suuratul baqaraa irraa eegalanii barachaa turani. Sunis aayata tokko tokkoon waan danda’aniin. Tanaaf jecha, qubetti jijjiiruun waan ma’aanaan harfii quraanaa jijjiramtuuf jecha irraa fagaadhu.

Dr.Liwaa’ulislaam