Qur'aana ciccite gubuun dandahamaa?

03/25/2017

Gaafii

Ganda dalagaatti kitaaba zikriitiifii qura’ana walitti qabanii gubani. Maaliif gubdan jennaan akkanatu irra caala naan jedhan. Tanaaf jecha quraanas haa ta’uu kitaabban faaydaa qabu ka jechi nabii keenyaa keessa jiru kanneen akkanaa gubuuf awwaaluu karaa kamtu irra caala?

 

Deebisaa
 

Yaa gabrittii Rabbii, kabajaan Qur’aana waan ciccirame walitti qabanii gubanii, hoggaa guban daaraa san bikka xahaaratti awwaalu. Akkuma san yoo walitti qabdee masjiida geessites irra fiinxe. Yoo ammoo walitti qabdee baharis nayxes wama takka Rakkoon hin jiru karaa  ta’ettuu kabajaan Qur’aanaa eegamu.

 

Dr.Liwaa’ulislaam