Gaafii
Haadhaaf abbaan koo waldhabanii addaan yaa’aanii, isiinillee heerumtee innillee fuudhe. Garuu bakkuma jiranitti isaan lachuu haadhaa abbaa kiyya. eenyuun gargaara isaan lamaan irraa?
Deebisaa
Yaa gabrittii Rabbii, akkuma nabiin keenyaa (SAW) nu barsiisetti, tajaajiluun haadhaaf abbaa waldhaba. Harka sadi haadhaaf harki tokko abbaadha. Kanaaf jecha jara lachuutuu waan dandeessuun abbaa keetis waan dandeessuun, haadhaa teetis waan dandandeessuun, ammoo ka isiidhaa tajaajila irra guddisi. Yoo ammoo haatee jiruu gaarii keessa jiraattee rakkinna hin qabaannee, abbaan kee irra dhibamaa ta’e, abbaa kee quba qabaadhu. Haatetillee waan dandeessuun tajaajili.
Dr.Liwaa’ulislaam