Yoo Rabbi waa natti kennee gargaaruu fedhe foon kiyyarraa aanaa kiyyarraa, namni gargaarsa  haqa godhatu eenyuu?

03/25/2017

Yaa gabricha/ gabrittii Rabbii, namni dura gargaarsa gootuuf haadhaaf abbaa keeti, abbaa kee durallee haadha teeti. Yoo wanti ati gargaarsa jettee fudhattu zakaa fa’a taate, haadhaa abbaa kee irratti zakaa hin baafatin. Ammoo gargaarsatti isaan lachuu haqa godhatu. Achi boodaan obboleeyyan kee , haboo tee  adeera kee, eessuma kee. Kana boodaan rakkataa cufaaf sadaqachu dandeessa.

 

Dr.Liwaa’ulislaam