Namni yoo waa namni waa isa gaafate haraamitti jijjiiru kun Rabbi haa sodaatuu. Mataa ofiitiifuu waan haraamiif halaal addaan barachuu barbaachisa. Abbaa ofii maqaan yaamuun humaa hin qabu. Ammoo abbaa haadha jedhanii yaamuun kabaja ammoo yoo maqaan yaamte humaa hin qabu. Akkuma Haati teenyaa Aa’ishaan RA hogguu abbaa ishii irraa haasoftu, Abuu bakri numa jetti abbaa kankoo hin jettu. humaa hin qabu.
Dr.Liwaa’ulislaam
Comments
No comment
Yaada Kee nuuf Gumaachi!
Ani yeroo cufaa abbaa kiyya yoon yaamu maqaa isaatiin yaama, Aadam jedhee, ibraahim jedhee yuusuf jedhee duuba abbaa maqaan yaamuun haraamii naan jedhan.
03/25/2017