Yaa gabritti Rabbii, biyyumarrahuu dalagaaf jettee deemuun dogongora, daangaa islaamummaa cabsuu keeti. Abbaan keetis si ergu, jaarsi keetis si ergu, ati kophaa kee biyyarraa bahuun sirrii miti. Garuu ammoo eega jaartii namaa jedhamtee boodatti horii waan qabdu isarratti erguu dirqama hin qabdu. Yoo fedhinnaa keetiin isatti ergite mirga qabda. Isatti erguu dhabuudhaaf waa takkallee wanni Rabbiin si gaafatu hin jirtu. Inni si erguu abbaan kee si erguu haqni kee haquma keeti.
Dr.Liwaa’ulislaam
Comments
No comment
Yaada Kee nuuf Gumaachi!
Jaarsi kiyya biyya jira. an immoo biyya alaa jira. ani waanin carraaqu warra keennatti ergadha. Duuba tanaaf jecha inni waan ergitu gama kiyya ergi naan jedha. Kanaaf natti dallane. Horii kiyya isatti erguu dirqama qabaa?
03/25/2017