Yaa gabricha Rabbii, waa hunda dura wanni beekuu qabdu intalti abbaa hin wakkalattu. Abbaaf naa ta’e jechuu beeksifti malee. Abban intala nikaahaa godhuun dirqama irra kaayame. Wanni isiin abbaaf muldhiftu gurbaan kun naa ta’ee qofa malee si wakkaladhee miti. Ammoo gurbaan abbaa isaa wakkalachuu danda’a, adeera wakkalachuu danda’a , obboleessa wakkalachuu danda’a, inumaa saba biraallee wakkalachuu danda’a nikahaa isaaf qeebaluu, bakka fedhe jiraatee wakkalachuu ni danda’a. waa takka rakkoon hin jirtu.
Dr.Liwaa’ulislaam
Comments
No comment
Yaada Kee nuuf Gumaachi!
Namni tokko abbaa isaa wakkalatee intala takka fuudhuu fedhee, abbaa intalaa bira dhaqee akkuma intalti abbaa isii wakkalattetti, inni hoo wakkalachuu ni danda’aa?
03/25/2017