Abbaa kootiif haadha koo warra dulloome irraa yoon hajjii godhe akkamii?

03/25/2017

Haadhaafi abbaan kankee yoo addunyaa qabaatan, addunyaa isaaniitiin ufirraa godhuun isaan irratti dirqama. ati isaan irraa godhuu hin dandeessu. Yoo isaan addunyaa hin qabaanne miskiina ta’an hajjiin irratti hin wajjabne. Waan biraa takka ta isaan tajaajiluu, mana ijaaruufii rakkinna isaan qaban laalii godhiif. ammoo yoo isaan filatanii hajjima nu geessi siin jedhan, ati ajrii ni arkattaa isaaniifillee gargaarsa taatee Rabbi sirraa haa qeebaluu isaan fiddee goosisuus ni dandeessa. namallee irraa goosisuu ni dandeessa mallaqaan.

 

Dr.Liwaa’ulislaam