Faaydaan Qadaratti Amanuu Maali?
10/11/2022

Faaydaan Qadaratti Amanuu Maali?

Muslimni tokko qadaratti ni amana. Qadaratti amanuun faaydaa maalii qaba? Rabbiin keenya Subhaanahuu wata’aalaa “innaa kulla shay’in khalaqnaahu bi qadar” je’e. uumama hundahuu haala isaa maluun murtii keenyaan uumnee jirra je’eemii? kanaafuu namni muslimaa tokko uumamni hundi murtii Rabbiitiin uuma

Rabbi Maaliif Dhufee Rakkoo Dachii Tanaa Hin Furre?
10/03/2022

Rabbi Maaliif Dhufee Rakkoo Dachii Tanaa Hin Furre?

Gaafataa: Hayee! Akkam oolte Dr Zaakir Naayik. akkasumas hundi keessanuu? Maqaan kiyya Shurinil Paatlii jedhama. Biyya kanatti Reestoraantii maatii qabna. Gaafiin kiyya, akkuma Nuti hundinuu beeknutti, Rabbiin tokkichaa fi Ol aanaadha. Inni…Dhiifama…Isa ykn Isii je’ee Rabbiif Saala kennuu hin barbaa

An gaafii namoota Muslima hin tahinii deebisuu irratti takkaa hin dadhabu!
08/22/2022

An gaafii namoota Muslima hin tahinii deebisuu irratti takkaa hin dadhabu!

Gaafataa: Akkam jirta obboleessa kiyya Jaalatamaa Dr Zaakir. Dadhabdee jirta natti fakkaata. An gaafii salphaa takka qaba. Sikizimii ni beekta. Dhakaan Bu’uura isaa ykn Amritsar Gurmandar Nama Muslimaa Mian mir jedhamuun akka kaahamu godhame. Faallaa kanaatiin namoonni Muslima hin ta’in mana Rabbii

Dubartoota warra dhihaatii fii tan Muslimaa wal cinaatti
08/20/2022

Dubartoota warra dhihaatii fii tan Muslimaa wal cinaatti

Akka warri dhihaa odeeysutti, dubartiin muslimaa hijaabaan ukkaamamtee gabrummaa jabduu jala jirti. Islaamummaan dubartiidhaaf mirga hin kennu jechaa miidiyaa isaaniitiin lallabu. Gama birootiin Muslimoonni hedduunis; dubartoonni warra dhihaa waan bilisummaa fii jiruu gammachuu keeysa jiran seehan.

Akka Arabbanii dalagaa malee taajira ta’uuf Qur’aana dubbisee Islaamaye
08/18/2022

Akka Arabbanii dalagaa malee taajira ta’uuf Qur’aana dubbisee Islaamaye

Kutaa 1ffaa yoo dubbisuu feete LINK kana tuqi.Laali yoo kana amante, yoo kanattis amante, sanittis amanuu qabda naan je’e. Wanti an hubadhe gooftaan du’uu isaatti amanuu dhabuu kooti. Garuu maal akka ta’e beeytuu? Waan kana isatti himuu hin barbaadu. Waan kana isaa amanuu hin fedhu. Booda gurbaa ga

Daa’iin beekamaan kun akkamitti Islaamummaa qabate?
08/08/2022

Daa’iin beekamaan kun akkamitti Islaamummaa qabate?

Rabbiin faarsuun jalqabna. Isa faarsina, isa gargaarsifanna, araarama isa kadhanna. Badii teenyarraa isatti maganfanna. Akkasumas hamtuu badiin keenya nutti fidurraa isatti maganfanna. Nama Rabbi qajeelche namni jallisu hin jiru. Nama Rabbiin kharaa jallinaarratti dhiises, namni qajeelchu hin jiru.

Paastarichi Akkamitti Gama Islaamummaa Deebi’e?
08/01/2022

Paastarichi Akkamitti Gama Islaamummaa Deebi’e?

Hi! Maqaan Kiyya Saamu’el Shraapshayr jedhama. Lammummaan Ameerikaa Yoo tahu, Saudii Arabiyaa keessa jiraadha. Gara Saudii bara 2011 ji’a Sadaasaa keessa dhufe. Wayta dhufu san waa’ee Islaamumamaatis tahee Waa’ee Nabi Muhammad (SAW) waan takkallee hin beeku. Wantoonni hedduun kan achi dura dhagahe,

Harama Keessatti dhiiraafi dubartiin maaliif walitti makamanii salaatan?
07/30/2022

Harama Keessatti dhiiraafi dubartiin maaliif walitti makamanii salaatan?

Gaafataa: Heloo, Maqaan kiyya Mahis Meettaa jedhama. An ammaan tana nama soorama bahe. An biyyoota islaamaa 15 daawwadhee jira. Bakki salaataa kan dhiiraa fi shamarranii biyya hundatti adda adda. Masjiida nabawitti bakki salaata dhiiraa fi shamarranii adda adda. Karbalaa, Najaaf, kajmeen, Saamraa, B

Wanti Qur’aanni Dubbate, kan Saayinsiin hin mirkaneessin jiraa?
07/27/2022

Wanti Qur’aanni Dubbate, kan Saayinsiin hin mirkaneessin jiraa?

Gaafataa: Akkam ooltan, hundi keessan. Maqaan kiyya Aadatiyaa jedhama. Channaayitti barataa Injiinariingii waggaa xumuraati. Hordofaa amantii Hinduus tahu, gaafii islaamummaan wal qabattu takka yeroo dheeraaf gaafatuu barbaada ture. Gaafii tanaaf ammoo namni Doktar Zaakir Naayik caala deebisaa naa k

Namni eega du’ee booda irra deebi’ee dhalataa? Dr. Zaakir Naayik
07/25/2022

Namni eega du’ee booda irra deebi’ee dhalataa? Dr. Zaakir Naayik

Gaafattuu: Assalaamu Aleeykum Hundi keessan. Maqaan kiyya Sireeyvatii jedhama. Zaakir an haalaan si dinqisiifadha. Haasawa kee mata duree Islaamummaa fi Amantiilee biroo wal bira qabuu jedhuun heddu hawatameera. Sanirraa kaasee Qur’aanas dubbisuu jalqabeera. Akkasumas Hiriyyoota Muslimaa heddu kan

Muslimoonni jecha ‘ilma waaqayyoo’ jedhu maaliif fayyadamuu didan?
07/23/2022

Muslimoonni jecha ‘ilma waaqayyoo’ jedhu maaliif fayyadamuu didan?

Gaafattuu: Maqaan kiyya Meeriidha. An Kiristaana. Baankii keessa hojjadha. Gaafiin kiyya haasawa kee irratti hundaawa. Macaafa keessatti bakka takkattillee Iyyesuus Kiristoos ilma Rabbiiti jedhamee hin ibsamne jettee dubbatte. Beekumsaa fi Hubannoo kiyya kan macaafa irratti qabu irratti hundaa’ee,

Furmaanni ajjeechaa Muslimoota irratti raawwatamuu maali?
07/21/2022

Furmaanni ajjeechaa Muslimoota irratti raawwatamuu maali?

Gaafataa: Assalaamu Aleeykum warri as jirtan hundi. Hundaa olitti, obboleessa kiyya jaalatamaa fi kabajamaa Doktor Zaakir Naayik; Eega ijaan qajeela si argee yeroon dheeraan dabree jira. Yeroo xumuraatiif Pinaay keessatti si arge. Amma gara Pinaay akka seentu siif hin hayyaman. Rakkoon wahii ni jira

Ilmaan Nabi Aadam irraa dhalatan akkamitti wal fuudhanii ilmaan horan?
07/18/2022

Ilmaan Nabi Aadam irraa dhalatan akkamitti wal fuudhanii ilmaan horan?

ilmaan Nabi Aadam irraa dhalatan obboleewwan abbaa tokkooti. akkamitti obboleewwan wal fuudhanii ilmaan wal irraa horan. wanti kun shari'aa Islaamaa keessatti dhoorkaadha. gaafii kanaaf deebisaa Dr. Zaakir Afaan Oromootiin dubbisaa.Gaafataa: Maqaan Kiyya Vinoot jedhama. Ogeessa Daldalaati. Gaafiin k

Kaayyoon kiyya Muslimoota hunda Kiristaana godhuu ture.
07/17/2022

Kaayyoon kiyya Muslimoota hunda Kiristaana godhuu ture.

Namtichi kun Muslimoota hunda kiristaana godhuuf qorannoo jabduu eegale. saniif ammoo Qur'aana baruun dirqama isaati. eega qor'aana baruu eegalee booda dubbiin jijjiiramte. Islaamummaan amantii haqaa tahuu hubatee amane.Maqaan kiyya Toonii Jedhama. Lammii biyya Kaanaadaati. Umriin kiyya amata 33. Ba

Mu’jizaan Nabi Muhammad (SAW) hojjate maali? Dr Zaakir Naayik
07/16/2022

Mu’jizaan Nabi Muhammad (SAW) hojjate maali? Dr Zaakir Naayik

Gaafataa: Doktor Nagaya siin jechuu barbaada. Akkasumas namoonni asitti walitti qabamtan naganyi isin haa gahu? Maqaan kiyya Amiin Je’ama. Biyya Kaameeroon, tan Afriikaa keessatti argamturraa dhufe. Doktor baruumsa halkan arraa Saayinsii fi Qur’aanaan wal qabsiistee nuu kenniteef si dinqisiifachuu b

Maallaqa Ribaa Sadaqatuun dandahamaa? Dr. Zaakir Naayik
05/29/2022

Maallaqa Ribaa Sadaqatuun dandahamaa? Dr. Zaakir Naayik

Ribaan ykn Dhalli Haraama tahuu namni hedduun hubatee jira. Rabbi(S W) jecha ‘Ribaa’ ja’u Qur’aana keessatti yeroo 8 dubbate. Rabbi Suuraa al-Baqraa Suuraa 2ffaa Aayaa 278 fi 279 irratti..“Yoo fedha Ribaa fudhachuu hin dhiisne, lola Rabbii fi Rasuula irraa isinitti banamu eeggadha” ja’e.Ribaan Islaa

Gaafii: Islaamni maaliif dubartii hijaabaan ukkaamsa? Sheikh Ahmad Diidaat
04/05/2022

Gaafii: Islaamni maaliif dubartii hijaabaan ukkaamsa? Sheikh Ahmad Diidaat

Gaafattuu: Akka amantii islaamaatti dubartiin uffata qaama isii haguugu uffachuu qabdi jedhama. Kun ammoo kabajaan isii warra dhiiraatiin akka eegamu godha jedhama. Akka ani yaadutti garuu hijaaba uffachuun mallattoo cunqurfamuuti. Sababni isaa; qalbii fi miira saalqunnamtii dhiiraa eeguuf jecha maa

Islaamummaan Maaliif Durbii fuudhuu hayyame? Dr. Zaakir Naayik
04/03/2022

Islaamummaan Maaliif Durbii fuudhuu hayyame? Dr. Zaakir Naayik

Gaafataa: Maqaan kiyya Raahol jedhama. ani injinara. gaafi muraasa si gaafachuu barbaade. akka an xiinxallutti amantiin yookan wanti ati hordoftu, jiruu kee keessatti akka rakkoo qabaattu taasisa. gaafiin kiyya ka duraa, dhiheenyuma kana gabaasa doctorri dhiheesse tokko dubbise, gabaasichis akkas je

Mu’jizaa Suuratul Yuusuf
03/15/2022

Mu’jizaa Suuratul Yuusuf

Qur’aana Rabbi nuu buuse kana irra deddeebinee osoo xiixallinee wantoota ajaa’ibaa heddu keessaa arganna. Haa ta’u malee hedduun keenya irraa fagaannee, akkasumas xiyyeeffannaa itti kennuu dhabnee, hikmaa qur’aana keessa jiru heddu hubachuu dadhabne. Osoo qur’aana keenya kanatti deebinee, gad fageen

Rabbi Eessa Jira? Dr. Zaakir Naayik
03/06/2022

Rabbi Eessa Jira? Dr. Zaakir Naayik

Gaafattuu: Bismillaah Arrahmaanirrahiim, Assalaamu Aleykum Warahmatullaahi Wabarakaatuh!Dr Zaakir: Wa’aleykumussalaam Warahmatullaahi Wabarakaatuh!Gaafattuu: Maqaan Kiyya Haafizaa bin Abu Saamaah jedhama. An Barattuudha. Ilmi obboleessa kiyyaa, ‘ Rabbi eessa jira?’ jedhee na gaafate. Deebisaa isaaf

Baga ayyaana dhaloota Iyyasuusiin isin gahe” jechuun taatii?
12/24/2020

Baga ayyaana dhaloota Iyyasuusiin isin gahe” jechuun taatii?

Deebisaa Dr Zakir Naik kanne tana dubbifadhaa.Dr Zaakir : Obboleessi, hiriyyoota kiyyaan “baga ayyaana dhaloota Iyyasuusiin isin gahe jechuun walitti dhufeenya cimsachuun barbaada” je’ee gaafate. Lakkii kun Haraama. Boru ammoo ‘walitti dhiheenya cimsachuudhaaf Farsoo xiqqo yoo waliin dhuyne hoo?’ ka

RNH 345, June 6, 2018, Gaachana Islaamaa
06/07/2018

RNH 345, June 6, 2018, Gaachana Islaamaa

Sagantaa Raadiyoo 345ffaaQophiileen sagantaa kana keessatti isinii dhiheeysinu,Gabaasa OdeeyfannooQophii HayaatussalafGaachana IslaamaaBarnoota Aqiiqaa QulqulluuGabaasa OdeeyfannooQophii: Abbaas Ibnal IslaamManni maree bakka bu’oota ummataa murtii mana maree Ministeerotaa raggaasisuuItyoophiyaan Wal

RNH 343, May 31, 2018, Gaachana Islaamaa
06/01/2018

RNH 343, May 31, 2018, Gaachana Islaamaa

Sagantaa Raadiyoo NuuralHudaa 343ffaa Dhageeyfadhaa. Qophiileen Sagantaa Kana Keeysatti isinii dhiheeysinu,Gabaasa OdeeyfannooJaarmaya Bultii IslaamaaGaachana IslaamaaBarnoota Aqiidaa QulqulluuGabaasa OdeeyfannooQophii: Abbaas Ibnal IslaamAanaa Nansaboo keessatti balaa sigiga lafaatiin lubbuun namo