RNH 345, June 6, 2018, Gaachana Islaamaa

06/07/2018

Sagantaa Raadiyoo 345ffaa

Qophiileen sagantaa kana keessatti isinii dhiheeysinu,

  • Gabaasa Odeeyfannoo
  • Qophii Hayaatussalaf
  • Gaachana Islaamaa
  • Barnoota Aqiiqaa Qulqulluu

None

Gabaasa Odeeyfannoo

Qophii: Abbaas Ibnal Islaam

  • Manni maree bakka bu’oota ummataa murtii mana maree Ministeerotaa raggaasisuu
  • Ityoophiyaan Waliigaltee Aljeers haalduree tokko malee kan fudhattu tahuu beeksisuu
  • Keeniyaan Boba’aa oomishtee gabaa biyya alaatiif dhiheeysuu
  • Arjantiinaan tapha kubbaa miilaa Al Quds keessatti Israa’el wajji taphachuuf karoorfatte haquu fi odeeyfannoolee biroo saganataa guutuu irraa dhageeyfadhaa.

Hayaatussalaf

Qur’aanaafi Salafoota kutaa 2ffaa

Qophii: Sheikh Muhammad Waadoo

None

Gaachana Islaamaa

Islaamummaan Furmaata Namummaatii? kutaa 9ffaa

Gama Afaan oromoo kan hiike: Abu Ibtisaam

Sagalee: Muhammad Siraaj fii Abbaas Ibnal Islaam

None

Barnoota Aqiidaa Qulqulluu

Qophii: Ustaaz Huseen Soraa Booranaa

Aqiidaa Ahbaashii fi Jallina isii, ragaa qabatamaa wajjiin.

DownloadLiink Xiqqaa Mobile BiyyaatiifSagalee Qulqullina Qabu HD DownloadYoutube