Jama’aan Gaaddisa Islaamaa Sheikh Muhammad Waadootiif badhaasa gumaache
Gaaddisni Islaamaa jaarmaya biyya Keniyaa Magaalaa Naayiroobii keessatti jaaramee yeroo dheeraaf hawaasa Muslima Oromoo tajaajilaa jiru yoo tahu, yeroo heddu hayyoota gurguddoo biyyoota adda addaa irraa afeeruudhaan sagantaa da’waa gurguddaa qopheessuudhaan beekama. dabalataanis Madrasaan Gaaddisa I