Uumama umrii isaa guutuu mukarraa hin buune
12/16/2022

Uumama umrii isaa guutuu mukarraa hin buune

Uumamni kun OIingo jedhama. Olingon naannawa bosona jiidhaa oowwaa jiraata. Hedduminaanis mukarraa osoo hin bu’in jirenya isaa geggeeffata. Uumama kana carraan lafarratti arguuf qabnu haalaan xiqqaadha. Yoo akka tasaa mukarraa kufe malee, uumamni kun gara lafaa hin bu’u. Olingon sanyiiwwan garagaraa

Uumama Hogganaa hin qabne
12/14/2022

Uumama Hogganaa hin qabne

Barasinghan sanyii bosonuuti. Sanyiin bosonuu kun maqaa biraa kan swamp deer jedhamuunis ni waamama. Kunis uumamni kun hedduminaan lafa caffaatti dhihaatee waan jiraatuuf maqaa kana argate. Maqaan isaa kan barasingha jedhamu ammoo Afaan Hindiitiin moggaafame. Barasingha jechuun ‘Bosonuu gaafa kudha

Tapha waancaa addunyaa bara kanaa Islaamummatu injifate.
12/14/2022

Tapha waancaa addunyaa bara kanaa Islaamummatu injifate.

Taphni waancaa addunyaa Qaxar keessatti geggeeffamaa jiru xumuramuudhaaf, yeroo torbaan tokkoo qofatu hafa. Osoo taphichi hin xumuramin garuu, Islaamummaan injifatuu isii mirkaneeffanneerra. Waggoota dabran 20 oliif islaamummaa fi baha jiddu galeessaa akki miidiyaan itti himaa turan kan addaati. Dhu

Horii Gaafaa Keessaa Guddicha
12/08/2022

Horii Gaafaa Keessaa Guddicha

Uumamni kun Ardii Eeshiyaa keessatti kan argamu yoo ta’u maqaan isaatis Gaur jedhama. Gaur sanyiiwwan bovine (BOOVAAYIN) ykn Horii gaafaa keessaa isa tokko. Ardiin eeshiyaa sanyiiwwan horii gaafaa garagaraa heddu qabaachuun beekkamti.. Sanyiin Gaur sadih akka jiru beekkameera. Sanyiiwwan kunniin sad

Hoolaa Guddina Qamaatiin Harreen Wal Qixaa
12/03/2022

Hoolaa Guddina Qamaatiin Harreen Wal Qixaa

Barruu tanaan yaadaan gara Ardii Eeshiyaa imallee hoolaa bosonaa tokko isin daaw’achiisna. Maqaan isaa Argaalii jedhama. Argaaliin biyyoota Eeshiyaa jiddu galeessaa keessatti kan argamu yoo ta’u, sanyiilee hoolaa bosonaa keessaallee qaamaan isa guddaadha. Guddina qaamaatiin sanyiin hoolaa isa caalu

Jaartii Tee Waa 10 Irratti Hin Dalagin!
11/30/2022

Jaartii Tee Waa 10 Irratti Hin Dalagin!

1. Hin Miidhin!Miidhaa qaamaa, miidhaa sammuu, miidhaa diinagdee, miidhaa xinsammuutis isii hin miidhin. Maaliif? Yoo jette Rabbiin ol tahe akki je’e:“Jaartii teeysan haala gaariin wajji jiraadhaa” An-Nisaa: 19Muffasiroonni akki ja’an: haala gaariin wajji jiraadhaa hojii fii jechaanis, haalaa fii am

Raammoo Bifa Roobaatiin Samii Harca’e
11/29/2022

Raammoo Bifa Roobaatiin Samii Harca’e

Roobni rahmata. Rabbiin guddaan rooba nuuf roobee waa biqilche. Kan biqiles ilmi namaatii fi uumamaaleen biraa irraa fayyadamu. Gama biraatiin roobni laga ta’ee yaa’a. Bishaan yaa’es jallifnee itti fayyadamna. Yoo barbaanne dhugnee yoo haajamnes huccuun miicanna. Haa ta’u malee yeroo tokko tokko roo

Nama Osoo Lubbuun Jiru Dogongoraan Awwaalame
11/28/2022

Nama Osoo Lubbuun Jiru Dogongoraan Awwaalame

Ilmi namaa zalaalam jiraachuuf hin uumamne. Haga murtaawaa isaaf kennametu jira. Yeroo isaaf kenname kana yoo raawwate gara ganda irraa hafuun hin danda’amnee imala. Duuti jalqabaa wal ajjeesuudhaan jalqabame. Obboleessatu obboleessa ajjeese. Haa ta’u malee eega ajjeeseen booda waan godhu wallaalee

Daa’ima Bineensi Guddifate
11/27/2022

Daa’ima Bineensi Guddifate

Ilmi namaa hoogganaa dachii tanaati jedhama. Ka humna qabu ka humna hin qabne gabroomsee of jalatti bulchuu danda’a. Akkasumas beeyladoota manaa horsiisee kan fedhu gurguree, kaan meeshaa itti fe’atee yoo barbaades kan qalee nyaatu hedduu qaba. Walumaa galatti ilmi namaa bineensota irratti aangoo ni

Qurxummii Cabbii Keessa Jiraatu
11/27/2022

Qurxummii Cabbii Keessa Jiraatu

Maqaan isaa Beluga whale jedhama. Beluga jechuun akka afaan naannawa Raashiyaatti adii jechuudha. Maqaa kanas bifa gogaa isaa irraa argate. Bifti gogaa isaa kun naannawa Arctic kan cabbiin guutameen wal simaadha. Belugan sanyiiwwan whale keessaa isa ilkaan qabuudha. Akkasumas hidhiin isaa laafaadha.

Bineensa Qusannaa Soorataa Beeku
11/26/2022

Bineensa Qusannaa Soorataa Beeku

Uumamni kun maqaa Kinkajou (Kink-ah-joo) jedhamuun waamama. Maqaa biraa kan honey bear jedhamuunis ni beekama. Sababni isaa qaamni isaa bineensa bear jedhamu fakkaatuu isaati. Garuu qaamni isaa xiqqaadha. Akkasumas yeroo tokko tokko gaagura kanniisaa cabsuun dayma waan sooratuuf, honey bear jedhanii

ilbiisa guyyaa tokko qofa jiraatee du’u
11/26/2022

ilbiisa guyyaa tokko qofa jiraatee du’u

Rabbi waan dachiirra jiru cufa yeroo murtaawaaf uume. Hunduu gaafa baallamni isaa gahe du’ee dachiirraa dhabama. Ilmi namaa avreejiidhaan haga waggaa 60 jiraata. Uumamni dhagaa fakkaatu kan Ocean Quahogs (Clams) jedhamuudhaan beekkamu ammoo, wagga 400 ol jiraata. Biyya teenya keessatti Harraagessi u

Bineensa Hin Dulloomne
11/24/2022

Bineensa Hin Dulloomne

Bineensi kun Naked mole rat jedhama. Naked mole rat jechuun, Afaan Oromootiin Hantuuta moluu qaama qullaa jiru jechuudha. Qaamni isaa guutuun rifeensa tuuchaa akka qaama hantuutaa hin qabu. Garuu rifeensa xixiqqaa ijaan hin mul’anne muraasa ni qaba. Rifeensi xixiqqaan kunis faaydaa ajaa’ibaa qaba. B

Gama Hawaa Yoo Imaluu Feete Afaan Raashiyaa Baruu Qabda
11/23/2022

Gama Hawaa Yoo Imaluu Feete Afaan Raashiyaa Baruu Qabda

Addunyaan tun buburreedha. Wanti heddu faallaa ilmi namaa yaaduun argamu danda’a. Fakkeenyaaf Atomikiin jalqaba gaafa oomishamu akka ilmi namaa ifaa ittiin ibsatuuf hojjatame. Har’a garuu meeshaa jireenya walii ittiin dhaamsan ta’eera. Meeshaan jalqaba tajaajila ilma naatiif oomishame kun, ammaan ta

Ameerikaan Allaattii Kana Maaliif Mallattoo Godhatte?
11/23/2022

Ameerikaan Allaattii Kana Maaliif Mallattoo Godhatte?

Ardiin Ameerikaa tun bal’oo waan taateef haala qilleensa hunda of keessatti qabatteerti. Oowwa uffata nama baafachiisurraa kaasee, haga qabbana kottee namaa cabsuuf dhihaatuu of keessaa qabdi. Ardii tana keessa uumama ajaa’ibaa tokkotu jira. Uumamni kun akka mallattoo biyyattiitti tajaajila. Inumaa

Allaattii Sheeyxaanaa
11/22/2022

Allaattii Sheeyxaanaa

Maqaan uumama kanaa Anhinga jedhama. Anhinga jechuun akka afaan ummata Tuupii kan Braazil keessa jiraataniitti, Allaattii sheeyxanaa ykn ammoo Allaattii bofaa jechuudha. Allaattiin kun warra bishaan daakuu danda’an keessaa isa tokko. Haa ta’u malee akkaataan bishaan keessa itti daaku kan addaati. Qa

Taphni Olompiikii Duraan Ayyaana Amantii Ture
11/22/2022

Taphni Olompiikii Duraan Ayyaana Amantii Ture

Addunyaan arraan tana waggaa afur afuriin dorgommii ispoortii garagaraa geggeessiti. Dorgommii kanarratti biyyoonni addunyaa hundi waan irratti hirmaataniif hawwii guddaan eeggama. Eega wal dorgommiin jalqabameen boodas miidiyaaleen addunyaa kumaatamaan lakkaawaman dorgommii kana ummata isaaniitiif

Bineensa Osoo Walqunnamtii Wal Hormaataa Raawwatu Du’u
11/21/2022

Bineensa Osoo Walqunnamtii Wal Hormaataa Raawwatu Du’u

Awustraaliyaa keessa bineensota Marsupial jedhamuun beekaman hedduutu jiru. Bineensonni kunniin laphee isaaniirraa korojoo ilmoolee keessatti guddisan qabaachuudhaan beekkamu. Sanyiiwwan kanniin keessaa inni Antechinus jedhamu garuu amala addaa ittiin beekkamu kan biraa qaba. Bineensi kun hantuuta k

Qamaleen Kun Maaliif Arraba Baasa?
11/20/2022

Qamaleen Kun Maaliif Arraba Baasa?

Uumamni kun Emperor Tamarin jedhama. Emperor Tamarin Sanyii qamaleeti. Sanyiilee qamalee xixiqqaa jedhaman keessaalle isa tokko. Uumamni kun biyyoota Ardii Ameerikaa Kibbaa kanneen akka Braazil, Peeruu fi Boliviyaa keessatti argama. Emperor Tamarin sanyiilee garagaraa lama qaba. Lameenuu achuma naan

Filiippiin Keessatti Bultii Diiguun Muslimoota Qofaaf Hayyamama
11/19/2022

Filiippiin Keessatti Bultii Diiguun Muslimoota Qofaaf Hayyamama

Waan ilmi namaa haalaan barbaadu keessaa inni tokko waahela jireenya argatee bulti ijaarrachuudha. Bulti ijaarrate san keessaa ilmoo horee sanyii bakka buufatee dachii tanarraa godaanuu fedha. Sababaa kanaaf jecha yeroo heddu mallaqni guddaan cidha irratti dhangalaafamaa bultiin ijaarrama. Akka aada

Dhiiga Dahabaa/Warqii Beeytuu?
11/17/2022

Dhiiga Dahabaa/Warqii Beeytuu?

Ilmi namaa dhugumatti uumama ajaa’ibaati. Rabbiin keenyas ilma namaa haala bareedaa irratti uumne jedhee bakka heddutti nuu hime. Mee waan kana xiinxallaa. Addunyaa tanarra ummata biiliyana 8 ta’utu jira. Garuu namni hundi garaagarummaa qaba. Warri lakkuutis waan adda ittiin ta’an qaban. Walumaa gal

Kormaa hanqaaquu hammatee ilmoolee guddisu
11/17/2022

Kormaa hanqaaquu hammatee ilmoolee guddisu

Allaattiin kun Rhea (Riyaah) jedhama. Riyaan sanyiiwwan allaattii Ameerikaa kibbaa keessatti argaman keessaa isa guddaadha. Uumamni kun naannawa margaan uwwifame jireenya isaatiif filata. hedduminaanis naannawa bosona Arjantiinaa, Yuraaguay, Boliiviyaa, Paaraguwaay, Chiilii, Peeru fi Braazil keessa

Bineensa Lafeefi ilkaanis Caccabsee Sooratu
11/16/2022

Bineensa Lafeefi ilkaanis Caccabsee Sooratu

Wolverine (WOLVIRIIN) Bifaa fi boca qaamaa, bineensota akka saree, Skunk fi Bear fakkaatu qaba. Guddinni isaa bineensa Bear jedhamu isa fakkessus, inni sanyii Weasel keessatti ramadama. Sanyiilee Weasel keessaallee isa guddicha. Wolverine naannawa Arktiik keessa kan jiraatu yoo ta’u, hedduminaan biy

Allaattii Eegumsi Addaa Godhamuuf
11/15/2022

Allaattii Eegumsi Addaa Godhamuuf

Allaattiin kun sanyiiwwan allaattii bishaanitti dhihaatanii jiraatan kan Ibis jedhaman keessatti ramadama. Maqaan isaatis Scarlet Ibis jedhama. Scarlet Ibis allaattii addaa, kan ilaalcha ijaatti nama hawatuudha. Halluun baallii isaa ammoo allaattiin kun akka gaaritti akka beekkamu isa taasiseera. Ka