11/29/2022
Raammoo Bifa Roobaatiin Samii Harca’e
Roobni rahmata. Rabbiin guddaan rooba nuuf roobee waa biqilche. Kan biqiles ilmi namaatii fi uumamaaleen biraa irraa fayyadamu. Gama biraatiin roobni laga ta’ee yaa’a. Bishaan yaa’es jallifnee itti fayyadamna. Yoo barbaanne dhugnee yoo haajamnes huccuun miicanna. Haa ta’u malee yeroo tokko tokko roo