12/30/2022
RNH 775, December29, 2022 Jaarmaya Bultii
Comments
badirii
on 01/29/2023 at 11:13 PM
badirii
iyyannoo isaa dhumaa
on 12/30/2022 at 01:38 PM
amaa inumaa wanii silaa dhirtii namaa gotee namaa horatuu cufaa inii naraa egaa qabenyii mattii isaa isafii hin ta.uu inii moo namaa hojatee ofii jijiree naa masrufee na jirachisuu mitii duraansi hadhaa isatuu akka hojatutii naa ergataa naa arbsaa akka fedheen naa godhaa wolin jiradhee guyyaa tokko keessa bayyaa jedhee garuu inii namaa akkasiti yadde namaa morkatee namaa jijiruu danda'u mitii suqaa tokko banadhuu wocii ketii ofii danda'ii jiradhuu naraa hin eginii jenanisi hergaa hin bekku nani jedhaa mansii ufataa isasi uftaa ilmoo sanisi wani cufaa anumaa gafataa woggaa 3 fi batii 7 itti ergee jijirama tokkoo irraa dhabee manaa sanu ijaree nafi hin geessin ani moo nii dhukubsadhaa garuu mo harkaa hadhaa isatii hin debiyuu jedheen ifajaa inii namaa tasaa yadduu mitii namaa kanaa abdii irraa kutee akka naa hikuu gafachuu fedhaa garuu mo dubartiin hikaa gaftuu folii jantaa hin argituu wanii jedhuu dhagayeen baay'ee sodadhee namaa kana wolinile jirachuu hin fedhuu mee yadda keessan naa dhaqabaa wani ta.uu wolalee anii manaa kanalee dhiseefi osoo naa hikki jedheen haqaa malii naraa qabaa namnii kunii obsaan isin egadhaa mattin kiyyaa moo kana bodaa ilmafi mana gatee eessayu hin demtuu kanuma wolin ta.ii ni gorsinaa jedhuu anii wani baay'ee wani matitii himachuu hin fenee wanii baay'een namaa kanaa jibbee mee falaa ko bafii ilalaa isin egaa inshallaa 😭😭😭😭🙏
Maqaa ko yeroof....
on 12/30/2022 at 01:24 PM
As wr wb qopheessitoota qophii dhadacha jalala hundda keessanu hedduu takkan isiin jaladhaa sheek keenya dabaltee barnoota guddaas isin irraa argataa jiraa anaa oliitii Rabbiin isiin haa jalatuu jechaa iyyannoo tiyyaa akka dhagetaan falaa isitinis naa dhaqabaa 😭🙏
Anii namaa bultii ijaratedhaa Alh garuu moo bultii tanaa keessatii namaa anii jaladhee osoo ta.nee namaa mattiin ko naa jalatanitii herumee inisii biyyaafi qabeenya mattii gurbaa ilalanitii malee gurbaan kunii namaa akkamitii bekkumsaa qabaa fi hin qabuu dinnii rabbii qabachuu isaa wani tokkoo irraa nafii hin hubanne kanumanuu itti naa gurguraan anii gurbaa kana isatuu naa argee naa lalatee malee anii isaa bekuu obbollsesa kotiin wolifii fixaan namaa garidhaa jedhee natii himee halumaa kanin guyyaa wolii funee irraa kasee baay'een jibbee mattii kotisii bilebilee himee kanaa bodaa usii ta.iin nani jedhaan ok jedhen ta.ee woggaa 2 fi cinaa ilmoo tokkoo wolirra arganee garuu mo guyyaa tokko irraa gamadde hin bekku tasumaa akkata namni jartii itti bulfatuu hin bekku inumaa wayye kiyya achii debisee hadhaa wolin hayaa manaa hadhaa keessa wolin akkaa hojatutii jirtaa turee kan bodaa falaa dhabeen biyya arbaa dhufee manaa naafi ijarii jedheen malqaa itti ergaa turee woggaa 4 wolii biraa demnee osoo jedhuu woggaa 3 dhumee manii kiyyasii ijarmee hin dhumuu birrii ergii malee wanii inii ittin godhuu bekku bodaa hin erguu jedheen akkasiti demee mattii kiyyatii na himatee sababa isa matini kiyyalee natii dalananii ama gurbaa
H.G
on 12/30/2022 at 11:53 AM
iyyannoo