Comments
jamilaa
on 01/21/2023 at 09:24 PM
As wr wb akkam jirtaan umataa nural hudaa ordoftanifi shekolin unduu jalqabaratti alhamdulila ala nimataal islaam gara gafi kottin darba Ani Maqanko J. S jedhama Saudi Arabia kesan jiraadha Alhamdulila bulti alaalaa qabadhen jira Abban manaako H.N jedhama Ega walitti dhufnee amata 6 Egaa waanti gara kesanitti nafedee waan akkan nadhibe Abba mankoo isuma rabbi naa argu bayeen jalaadha jalqabuma walitti dhufnee kasee inni amala dhalaa dudubisu kana qaba anille amala kana irratti argeen dhisii dhala in dubisinii ani bayeen inafaa enati dhala kana walin asoftu jedhetan itime tole jedha garuu guyaa biralle enan telefonasa ilalu ittuma caluu male in jijiramne kanumaa walinuu ituun gaddu bo'uu maliif ana warakee kanarati dhala dubifta maal irra barbada enan jedhun bar dhalan midiyaa kanara califnetuma duka asofna male amakee nafiin ganii nan jedha Ayee obsetuman jirukoo itti fufee inile amalasa calsisema iti fufee vidion dubisuu wantotaa arama tan dangaa darbani walin asa'u argetan gafadhe Omaa natufashuu ata'u inbeku dhifama itin debi'uulle naninjene anis enan wanaka argu kana areetan arabsee intala ille biloki godhetan silkisa lafa kayee guya bira intala kana bilokira kasetuma dukaa asaa arge wanti kunigaa dubara 1ykn 2 bishaa miti baye jala dema sodashisuf tari naqajelaa jedhen waan jari walii baresan kana shuti godhen silkiko kesa kayen ilaa obola ketin argisisaa matiketan imaa wankana jarile kesa nafaa bekani jedhen gafan itimu
miskuu
on 01/21/2023 at 05:36 PM
0569561860
miskuu
on 01/21/2023 at 05:35 PM
058 256 8034 miskuu
haadha
on 01/21/2023 at 01:21 AM
Amaaraaf islaama kkkkk
haadha
on 01/21/2023 at 01:20 AM
rabbiin dhihootti furmaata haa fiduuf
01/20/2023