Uumama umrii isaa guutuu mukarraa hin buune
12/16/2022

Uumama umrii isaa guutuu mukarraa hin buune

Uumamni kun OIingo jedhama. Olingon naannawa bosona jiidhaa oowwaa jiraata. Hedduminaanis mukarraa osoo hin bu’in jirenya isaa geggeeffata. Uumama kana carraan lafarratti arguuf qabnu haalaan xiqqaadha. Yoo akka tasaa mukarraa kufe malee, uumamni kun gara lafaa hin bu’u. Olingon sanyiiwwan garagaraa

Uumama Hogganaa hin qabne
12/14/2022

Uumama Hogganaa hin qabne

Barasinghan sanyii bosonuuti. Sanyiin bosonuu kun maqaa biraa kan swamp deer jedhamuunis ni waamama. Kunis uumamni kun hedduminaan lafa caffaatti dhihaatee waan jiraatuuf maqaa kana argate. Maqaan isaa kan barasingha jedhamu ammoo Afaan Hindiitiin moggaafame. Barasingha jechuun ‘Bosonuu gaafa kudha

Horii Gaafaa Keessaa Guddicha
12/08/2022

Horii Gaafaa Keessaa Guddicha

Uumamni kun Ardii Eeshiyaa keessatti kan argamu yoo ta’u maqaan isaatis Gaur jedhama. Gaur sanyiiwwan bovine (BOOVAAYIN) ykn Horii gaafaa keessaa isa tokko. Ardiin eeshiyaa sanyiiwwan horii gaafaa garagaraa heddu qabaachuun beekkamti.. Sanyiin Gaur sadih akka jiru beekkameera. Sanyiiwwan kunniin sad

Hoolaa Guddina Qamaatiin Harreen Wal Qixaa
12/03/2022

Hoolaa Guddina Qamaatiin Harreen Wal Qixaa

Barruu tanaan yaadaan gara Ardii Eeshiyaa imallee hoolaa bosonaa tokko isin daaw’achiisna. Maqaan isaa Argaalii jedhama. Argaaliin biyyoota Eeshiyaa jiddu galeessaa keessatti kan argamu yoo ta’u, sanyiilee hoolaa bosonaa keessaallee qaamaan isa guddaadha. Guddina qaamaatiin sanyiin hoolaa isa caalu

Qurxummii Cabbii Keessa Jiraatu
11/27/2022

Qurxummii Cabbii Keessa Jiraatu

Maqaan isaa Beluga whale jedhama. Beluga jechuun akka afaan naannawa Raashiyaatti adii jechuudha. Maqaa kanas bifa gogaa isaa irraa argate. Bifti gogaa isaa kun naannawa Arctic kan cabbiin guutameen wal simaadha. Belugan sanyiiwwan whale keessaa isa ilkaan qabuudha. Akkasumas hidhiin isaa laafaadha.

Bineensa Qusannaa Soorataa Beeku
11/26/2022

Bineensa Qusannaa Soorataa Beeku

Uumamni kun maqaa Kinkajou (Kink-ah-joo) jedhamuun waamama. Maqaa biraa kan honey bear jedhamuunis ni beekama. Sababni isaa qaamni isaa bineensa bear jedhamu fakkaatuu isaati. Garuu qaamni isaa xiqqaadha. Akkasumas yeroo tokko tokko gaagura kanniisaa cabsuun dayma waan sooratuuf, honey bear jedhanii

Ameerikaan Allaattii Kana Maaliif Mallattoo Godhatte?
11/23/2022

Ameerikaan Allaattii Kana Maaliif Mallattoo Godhatte?

Ardiin Ameerikaa tun bal’oo waan taateef haala qilleensa hunda of keessatti qabatteerti. Oowwa uffata nama baafachiisurraa kaasee, haga qabbana kottee namaa cabsuuf dhihaatuu of keessaa qabdi. Ardii tana keessa uumama ajaa’ibaa tokkotu jira. Uumamni kun akka mallattoo biyyattiitti tajaajila. Inumaa

Allaattii Sheeyxaanaa
11/22/2022

Allaattii Sheeyxaanaa

Maqaan uumama kanaa Anhinga jedhama. Anhinga jechuun akka afaan ummata Tuupii kan Braazil keessa jiraataniitti, Allaattii sheeyxanaa ykn ammoo Allaattii bofaa jechuudha. Allaattiin kun warra bishaan daakuu danda’an keessaa isa tokko. Haa ta’u malee akkaataan bishaan keessa itti daaku kan addaati. Qa

Qamaleen Kun Maaliif Arraba Baasa?
11/20/2022

Qamaleen Kun Maaliif Arraba Baasa?

Uumamni kun Emperor Tamarin jedhama. Emperor Tamarin Sanyii qamaleeti. Sanyiilee qamalee xixiqqaa jedhaman keessaalle isa tokko. Uumamni kun biyyoota Ardii Ameerikaa Kibbaa kanneen akka Braazil, Peeruu fi Boliviyaa keessatti argama. Emperor Tamarin sanyiilee garagaraa lama qaba. Lameenuu achuma naan

Kormaa hanqaaquu hammatee ilmoolee guddisu
11/17/2022

Kormaa hanqaaquu hammatee ilmoolee guddisu

Allaattiin kun Rhea (Riyaah) jedhama. Riyaan sanyiiwwan allaattii Ameerikaa kibbaa keessatti argaman keessaa isa guddaadha. Uumamni kun naannawa margaan uwwifame jireenya isaatiif filata. hedduminaanis naannawa bosona Arjantiinaa, Yuraaguay, Boliiviyaa, Paaraguwaay, Chiilii, Peeru fi Braazil keessa

Bineensa Lafeefi ilkaanis Caccabsee Sooratu
11/16/2022

Bineensa Lafeefi ilkaanis Caccabsee Sooratu

Wolverine (WOLVIRIIN) Bifaa fi boca qaamaa, bineensota akka saree, Skunk fi Bear fakkaatu qaba. Guddinni isaa bineensa Bear jedhamu isa fakkessus, inni sanyii Weasel keessatti ramadama. Sanyiilee Weasel keessaallee isa guddicha. Wolverine naannawa Arktiik keessa kan jiraatu yoo ta’u, hedduminaan biy

Allaattii Eegumsi Addaa Godhamuuf
11/15/2022

Allaattii Eegumsi Addaa Godhamuuf

Allaattiin kun sanyiiwwan allaattii bishaanitti dhihaatanii jiraatan kan Ibis jedhaman keessatti ramadama. Maqaan isaatis Scarlet Ibis jedhama. Scarlet Ibis allaattii addaa, kan ilaalcha ijaatti nama hawatuudha. Halluun baallii isaa ammoo allaattiin kun akka gaaritti akka beekkamu isa taasiseera. Ka

Diina Qonnaan Bultoota Awustraaliyaa
11/13/2022

Diina Qonnaan Bultoota Awustraaliyaa

Uumamni kun Wombat jedhama. naannawa qarqara kibba-baha Awustraaliyaa fi eddoola naannoo sanitti argaman keessa baay’inaan jiraata. Wombat naannawa bosona heddu qabu, akkasumas lafa marga heddu qabu keessa jiraachuu filata. Sanyiileen Wombat heddu yoo ta’an, garee gurguddaa lamatti qoodamu. Kunis wa

Qurxummii Miidhagina Addaa Qabu
11/09/2022

Qurxummii Miidhagina Addaa Qabu

Maqaan uumama kanaa Raas jedhama. Raas sanyiilee garagaraa 500 ol qaba. Hedduminaanis qaamman bishaanii kanneen akka garba Indiyaa, paasifiik fi Atlantic keessatti argama. Qaamman bishaanii kanniin keessaallee, gara qarqara bishaanii dhihaatee jiraata. Akkasumas bakka wantoonni coral reef jedhaman a

Uumama Meetira 3 lafaa ol Utaalu
11/07/2022

Uumama Meetira 3 lafaa ol Utaalu

Barruu tana keessattis sanyii Arroolee keessaa tokko kan ta’e, waa’ee Springbok laalla. Uumamni kun Naannawa Kibba Afriikaa fi Kibba lixa Afriikaatti argama. Springbok sanyii 3 qaba. Sadanuu achuma naannawa Kibba Afriikaatti kan argaman yoo ta’u, lafa diriiraa margaan uwwifame, akkasumas dachii gamm

Bineensa Bakka Roobni Jiru Fageenyarraa Fuunfatee Beeku
11/06/2022

Bineensa Bakka Roobni Jiru Fageenyarraa Fuunfatee Beeku

Saalaan (Oryx) naannawa Afriikaa gama bahaa fi Kibbaa, akkasumas Eeshiyaa keessaa biyyoota akka Urduunii fi Oomaan keessatti argama. Bineensi kun ilma namaatiifi bineensota hedduun waan adamsamuuf, lakkoofsi isaa haalaan xiqqaachutti jira. Sababaa adamootiin sanyiin bineensa kanaa bosona duraan kees

Adurree Rarra’aa
11/03/2022

Adurree Rarra’aa

Uumamni kun sanyii adurreeti. Sanyii adurree wayta jennu, adurree manatti horsiifannu qofa hin seehinaa. Leenci, Qeerransi, cheetah, Puumaan akkasumas Panther uumamaaleen jedhaman hundi sanyiiwwan adurreeti. Uumamni kun bineensa daggalaati. Kanaafuu manatti madaqsanii guddisuuf yaaluun rakkoo hamaaf

Pademelon: Kaangaaroo Xiqqaa
11/02/2022

Pademelon: Kaangaaroo Xiqqaa

Uumama ardiin Awustiraaliyaa qofti ittiin beekamtu kana maqaan isaa Pademelon jedhama. Sanyiiwwan marsupial ykn ammoo warra garaa jalaa korojoo qaban keessatti ramadama. Sanyiin uumama kanaatis 7 yoo ta’u, biyyoota akka Awustiraaliyaa, Paappuwaa Niw Giinii fi Taasmaaniyaa keessatti argama. Uumamni k

Harki Namticha Kanaa Harka Nama Afuriitiin Wal Qixa
10/30/2022

Harki Namticha Kanaa Harka Nama Afuriitiin Wal Qixa

Jeff Dabe jedhama. Lammii Ameerikaati. Namni kun harka guddicha qabaachuudhaan addunyaarraa nama addaati. Harka guddaa yoo jedhamu isa Ispoortiidhaan guddate hin sehinaa. Harki Jeff Dabe akkuma nama hundaa dheerinni isaa jiddu galeessa. Haa tahu malee furdina guddaa qaba. Harki isaa kan ciqilee gad

Bishaan Qurxummiin Kun Keessa Jirutti Hin Dhihaatinaa!
10/30/2022

Bishaan Qurxummiin Kun Keessa Jirutti Hin Dhihaatinaa!

Rabbiin keenya uumama gosa garagaraa uumee dachii tana ittiin faayee jira. Dizaayiniin adda addaa kan uumamaalee kanniin keessa jiru, qalbii teenya bannee akka waa’ee uumaa uumamaalee hundaa tafakkurru nu taasisa. Lubbu qabeeyyiin dachii tanarra jiran hundi waan isaan wal fakkeessu qabaatanis, waan

Lootuu Sheeyxaanaa
10/29/2022

Lootuu Sheeyxaanaa

Maqaan uumama kanaa Moloch jedhama. Maqaa biraa lootuu qoree ykn ammoo lootuu sheeyxanaa jedhamuunis ni waamama. Uumamni kun naannawa gammoojjii fi lafa goggogaa keessa jiraata. Uumamni ajaa’ibaa kun lafa goggogaa fi oowwaa san keessa jiraachuudhaaf mala garagaraa fayyadama. Lootuu qoree kana ilmi n

Jeedala Namatti Madaqee Jiraatu
10/28/2022

Jeedala Namatti Madaqee Jiraatu

Uumamni kun sanyii Jeedalaati. maqaan isaatis Feeneek Fooks (Fennec Fox) jedhama. Feeneek Fooks sanyiilee Jeedalaa keessaa isa irra xiqqaadha. Sanyiin Jeedalaa kun lafa gammoojjii cirracha Afriikaa kaabaa fi Sulula saaynaay keessatti argama. Feeneek Fooks rifeensi isaa hedduu laafaa waan ta’eef haa

Allaattii Ija diimaa
10/26/2022

Allaattii Ija diimaa

Uumamni kun sanyii allaattiiti. maqaan isaatis Luun jedhama. Luun ardiilee Awurooppaa, Ameerikaa fi Eeshiyaa keessa qarqara bishaaniitti dhihaatee jiraata. Allaattiin kun sanyiilee garagaraa afur qaba. Ummanni dur irraa kaasee Ameerikaa keessa jiraataa ture, ykn warri Indians jedhaman uumama kana so

Bineensa Farra Ilbiisotaa Tahe
10/25/2022

Bineensa Farra Ilbiisotaa Tahe

Uumamni kun Ermaayine (Ermine) jedhama. Ermine sanyii Weasel keessatti kan ramadamu yoo ta’u, eddoowwan qabbanaawaa naannawa Ameerikaa kaabaa, Awrooppaa fi Eeshiyaa keessatti, naannawa mukni heddumaatutti qarqara bishaaniitti dhihaatee jiraata. Ermaayine ilma namaatiif faaydaa garagaraa lama kenna.