10/12/2022
Siimkaardiin Telefoonaa Hafuuf Deema
Guddinni teknoolojii guyyarraa guyyatti fooyya’aa deemutti jira. Warshaaleen meeshaa elektirooniksii oomishan hundi waan 5 irratti haalaan xiyyeeffatan. Tokkoffaan guddina meeshaa haalaan xiqqeessuu, 2ffaan ulfaatina isaa xiqqeessuu, 3ffaan Diizaayina isaa bareechisuu, 4ffaan humna xiqqaan akka soch