Comments
musaab Jamaal
on 09/16/2021 at 06:27 PM
az333635
Tajudini
on 05/01/2020 at 03:20 PM
maashaa Allah nashida Baay'ee namattii toluu
garruu Tilifonaa irrattii akkaataa nuu bu'uu osoo nuu gootanii jazaakumullaahu keyran nuural huudaa sooraa qalbii Muslim ❤❤
Bayaan Aliyyii
on 01/25/2018 at 03:04 PM
namni waa hojjattu dogogoruu hin oolu garuu namni aqlii qabu dogogora isaa irraa waa barata, namni tokko lubbuu isaa qaalii lammaffaa hin argamnee wareegee azaaba seenu mala yoo ikhlaasa hin qabaattin jechuudha , akkasuma qaari,eenis ,kessa kee rabbii kee qofaatu si beeka garuu namni si akeeka kanumaafuu isin yoo dhugumaan rabbii qofa irraa mindaa barbaadaaf hojjattan maaliif nashiidaa namni nu dura qilleensarra oolche qilleensarra hin oolchine jettan ????? kuni maal namatti agarsiisa ??? yoo gara keenyaan taate malee hin taatu jechuudhaa ??? wallaah billaah rabbiin nu haa sattaru malee hojjiin keenya abdii nama murachiisa yoo dhugaa jaalannee fii fudhanne ,
bilaal
on 09/24/2017 at 06:53 PM
as wr wb ani namaan rabbiif jecha jaaladhu kaniin arkuuf hawwu kessa tokko seeyfal islaami garuu gaafiin siif qaba ati nama mootummaan wayaanee barbaadduu fi security isaa jabduu tahuu isaa ni hubanna garuu yaadadhu amriiin takkalleen wallaah rabbiin yoo fedhu baate hin taatu kanaaf hadiisa ergamaa rabbii SAW saniis yaadadhu kan osoo duniyaan guutuun si miidhuuf wal tahanii yoo rabbiin sirratti katabe malee humaa takka si hin godhan '____,,,,,,,,,,,,,, kanaaf of eeganno cimaa godhi malee qaamaa fi qalbiidhaan nama hin sodaattin nama si jaalatu irraa of hin quasttin ,dandeettii teetiin nama rakkatee karaan da,awaa itti cufame hunda rabbiif jecha gargaari ،
Aishaa
on 04/05/2017 at 12:37 AM
ماشاء الله تبارك الله ماشاء الله تبارك الله ماشاء الله تبارك
Mashaa allaha tabarakaallha Mashaa allaha tabarakaallha Mashaa allaha tabarakaallha Mashaa allaha tabarakaallha Mashaa allaha tabarakaallha Mashaa allaha tabarakaallha Mashaa allaha tabarakaallha Mashaa allaha tabarakaallha
Ghafuururrahiim
01/23/2017
00:00
00:00