nuuralhudaa on 01/29/2025
nuuralhudaa
Icciitii bahara keessaa kaan saayinsiin dhihoo mirkaneesse.
Dachiin irra jiraannu tun parsantii 70 ol bishaaniin uwwifamtee jirti. Lafti gogaan parsantii 30 hin guutu jechuudha. Kana keessaa lubbu qabeeyyiin dhibbeentaa 95 tahan bishaan keessa jiraatu. Uumamaaleen hedduun kan dachii gubbatti arginu kun parsantii 5 qofa. Hubadhaa bineensa bosona galurraa kaas