Comments
mohammed
on 05/12/2020 at 11:58 PM
mu915444074@gmail
Abduselam mohammed
on 04/18/2020 at 07:34 PM
As ml wr wb rabbin issini wolini haa jiratuu mee dhibee kanalee akka rabiin nuura ballessu du,ayyilee nuu godhaa jedha
Abduselam mohammed
on 04/18/2020 at 07:31 PM
rayaa abba macca 33
maddina bint Islaam
on 04/12/2020 at 12:12 AM
السلام عليكم ورحمة الله وبركاته jirtaani ikaawaani fillaah kaadimaani dinni islaamaa 💔🌹❣️😍
😒akka itti fayyadaama app ni jijjirtaamoo akkami naa bu'u didee guyyaahundaa imma yaala??! 😳😳😕
ukty Faarihaa Aadaam haabibti yoo jijjiraamee irraa deebi'ii nuu baarsisii ani duraalee video akkatta itti fayyadaama app nuraalhuud etee ati nuu baarsiiftee irraa baaradhee dafii kootuu nuu baarsiisii amaasi.
akkasuuma naashiidan ustaaz Rayyaa 31 fi 32 meeti essaa keetaani, asi hin jiruumi kinoo ani hin argiinee garuu😔
Gammachuu
on 12/24/2019 at 08:39 PM
💕💖💚💕💖💖💕💚💖
muktar kadir as wr wb Akkaam nagaa
on 08/06/2019 at 09:34 PM
As wr wb Akkaam nagaa jirtaa
Taju
on 05/09/2019 at 04:21 AM
gara app nuuralhudaatiin nashiidaan naaf hin bu'u
Bakri Jemal
on 02/24/2019 at 12:14 PM
aswrwb masha Allah jabadhaa rabbi isin haa jabessu mee Rayyaa 31 asirratti gadi nuu dhiisaa
faruqhaji
on 01/10/2019 at 09:29 PM
As wr wb nashiidan asirra nama hin bu,uu
Jâäfär
on 11/22/2018 at 11:58 AM
❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
Taju ahmed mume
on 06/23/2018 at 03:39 AM
yeroo baayyee gara app nuural hudaatiin nashiidaa download godhuun barbaada, garuu hin bu'u maaliifi ?
Raayyaa Abbaa Maccaa Lakkofsa 30, Lammiin Lammiif
05/20/2018
00:00
00:00