Comments
abdulhay
on 02/09/2019 at 04:35 PM
Maashaa allah sagantaan keessaan hedduu nama bohaarsa hedduu galatoomaa jazaan keessan firdowsiin haa ta’u England irraa
Ahmed Burka
on 02/08/2019 at 05:43 AM
sagantaa bareedudhaa qophiwwaan hundu qalbii goyidde nama jisaa essa akka jiranis abbaan akka fulletti keessa ti of ilaala
02/07/2019
RNH 445, February 7, 2019 (F-126)
RAADIYOO NUURALHUDAA
Soora Qalbii Muslimaa
✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪
FATAAWAA 126FFAA
Sagantaa 445 ffaa
February 7, 2019
✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪


Dargaggoota amantii biroo irraa gara Islaamummaa deebi’anii
Da’waa irratti bobba’an.

Sheikh Jibriil Qamar
✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪

✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪

✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪
waliif dabarsuudhaan qooda keeysan bahaa.
lakkofsi whatsapp, telegram fii Viber keenya

Yaada sagantaa keenyarratti qabdan dhaamsa gabaabduun nuuf ergaa
✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪
Application NuuralHudaa download godhuuf