06/23/2023
RNH 809, June 22, 2023 JB
Comments
shamsuddinjamal77@gmail.com
on 07/04/2023 at 02:11 PM
Rabbiin waan isiin barbaadaniin isiin bira haa dhaabatu
Famii umer
on 06/25/2023 at 05:42 PM
09 797 0745 0
musa kedir
on 06/23/2023 at 07:54 PM
Masham allah
Kedija بنة خؤللإي
on 06/23/2023 at 10:19 AM
0588033926
kadie
on 06/23/2023 at 08:33 AM
kadir
k90992181@gmail.com
on 06/23/2023 at 08:32 AM
0568286849
maqaa koo ibsuuf na.... dhiifama
on 06/23/2023 at 07:32 AM
As wr wb akkami jirtan yaroo hedduu karaan yaada kiyya isin biraan gahu hin arganne amma isi argachuudhaaf nan gamnada Jzk
ani biyya arabaa jiraadha
yaanni kiyya Ani haadha manaa taniin Akkaan jaaladhu qaba dhugaa jaalala keenya hagana jedhanii ibsuun ni ulfaata jaalala keenya irraa kan ka.e ollaan keenya maatii jaalalaa jedhanii nu dinqisiifatu haata.uu malee arrabaa fi ilkeenuu waldhahuun hin oolle Guyyaa tokko osuma iddoo dalagaa teenyee bilbilaaan walitti haasa.aa jirruu wal Aarsuun dhufe Ani Amalli kiyya nama dafee Aaru yaruma sanan NIKAH 1 Buuse sana booda waaniin hojjaadheef baay.ee ofitti gadde daqiiqaa 5 hincaalle keessatti rajaatu ja.e sana boodallee jaalalli keenya akkuma duraanii sanitti jaalala dhugaa saniin Osoo waliin jiraachaa jirru yaroo dheeraa booda Akkuma walbira dhufnee hojiidhaaf addaan deemne Ammaas Aariin nujidduu dhufe Ani yoo Aaru oftoohachuu hin dandahu ammaas NIKAH 2 hiike erga walbira dhufnee hojiif adda deemne torbee 2 qofa booda garuu akka ilmoon itti hafee jiru naaf himte
Amma Nikaan keenya kun jira moo hin jiru dhugaa dubbachuuf Ani isii dhabuu hin dandahu garuu daangaa raabbii cabsuu irra jechuufiin gara keessan dhufe Maal naan jettu 😭
......
on 06/23/2023 at 06:28 AM
as wr wb akkami jirtan ani gaafii qaba