Gaaffii: Nuti obboleewwan gaarii turre osoo jiruu gaarii waliin jiraataa jirruu jidduu teenya sehaan wahii seente. Anis wanni kun dogongora ta'uu hubadhee dhiifama yoo gaafadhu na didde. Duuba akkam godhuu qaba?
Deebisaa: Yaa gabrittii Rabbii, Ilmaan namaa jidduu sheeyxaanni seenuudhaaf haalaan adda fageenya obboleewwanii hawwa. Kanaaf ilmi namaa waliin Ooduus tahee, wal muruu irratti bobba'a. Atin gama keetiin dhiifama gaafattee dhiifama san sirraa fuudhuu yoo didde yakki ka isii si diddee sani malee, ati hojii kee xumurtee jirta. Kanaafuu atin dhiifama gaafattee isiin waan si diddeef jecha yakki wahiituu sirra hin jiru jechuudha.
Dr. Liwaa'ulislaam
Namoota lamaan jiddutti muftoon uumamee inni tokko erga dhiifama gaafateen booda kuun yoo dide, badiin isa dide san qofa irra jira. Haa ta’u malee namni araaramuu fi dhiifama godhuu barbaadu sun, haga danda’een firummaa nama san waliin qabu cimsee itti fufuu qaba. Akkasumas akka Rabbiin nama kaan isaaf laaffisee dhiifama isaa qeebaluu fi sheeyxaanni jidduu isaanii akka hin seenne du’aa’iidhaan ofitti jabaatuu qaba.
Hadiisa Abu Hureeyraan Rabbi isarraa haa jaalatuu gabaaseen, Ergamaan Rabbii ﷺ akkana jedhan: “Hulaaleen jannataa wiixataa fi kamisa banaman. Nama Rabbitti shariika godhe yoo taate malee gabroottan Rabbiitiif dhiifamni ni godhama. Garuu namoota lama kan jidduu isaanii wal dhabbiin jiruuf dhiifamni hin godhamu. ‘Haga isaan lamaan araaramanitti haa turan’ jedhamee tursiifama. (Sahiih Muslim 2565)
Hadiisni kun firummaa kutuun hagam akka ulfaataa ta’e garsiisa. Namni araaramee, dhiifama walii godhee firummaa tursiifatuun isaa, wiixataa fi kamisa akka araaama argatu isa taasisa. Yoo hin taanee rakkoo keessa jira.
Sheikh Saalih Al Munajjid
Namoonni ATM card fayyadamtan buy me a coffee irratti miseensa Nuuralhudaa tahuuf link kana tuqaa. https://buymeacoffee.com/nuuralhudaa/...
Namoonni biyyoota Arabaafi Oromiyaa irraa nu gargaaruu feetan
Baankii Daldala Ityoophiyaa
Lakkofsa herrega Baankii: 1000649659908
Maqaa: Edris Abduro and Mohammedawol
Baankii Hijraa
Lakkofsa herrega baankii 1007128830001
Maqaan Edris Abduro and Muhammedawol
Baankii Hojii Gamtaa Oromiyaa
Lakkofsa herrega Baankii: 1052300216548
Maqaan Muhammadawol and Edris Abdurroo
Lakkofsa Whatsapp: +251954520058
Copyright Notice:
Reuploading any of our videos or content to another YouTube channel or platform without our explicit consent is a violation of our copyright. We do not tolerate such actions.
We actively monitor for unauthorised use of our content. If we discover that our content has been reuploaded without permission, we reserve the right to take appropriate legal action, including reporting the infringement to YouTube and requesting the removal of the unauthorised content.